Kabajamtoota saahiboottan kiyya arra waan ajaa’ibaa waan afaan nama qabachiisu takka qabadhee isiniif dhufeetiin jira wantichi maali yoo jattan app mobile haala ajaa’iba taheen photo edit isiniif godhu tokko qabadheetiin jira app kana fayyadamnaan studio dheyxee photo ka’uun si hin barbaachisu
Leave a comment