Waahee kiyya tiqqo baradhu!

Assalaamu- Aleeykum! Gara Tartil kalid baga nagayaan dhuftan! Kunoo seenaalee daawwachuu fi dubbisuu dandeessu! Waa’ee Islaamaa barachuun jireenya keessan keessatti waan hunda caalaa nama gammachiisu gochuu keessatti nuti hiriyaa keessani! gama YouTube tiin viidiyoo gaarii uumna! website irratti barrruu’n arkatta.
Viidiyoowwan keenya like fi share godhaa! Inshallah ergaa babal’isuu keetiin badhaafamta!